Xurree ittiin seenan

Breaking News

“Humna Saayinsii fi Teknooloojiin Leenji’een, Guddinna Itti Fufiinsa Qabu Qabaachuu Dandeenya!”


Ethiopia Hosts East African Regional Office of Astronomy for Development
Ethiopia Hosts East African Regional Office of Astronomy for Development

Hujiin Ministirii Saayinsii fi Teknooloojii Itoophiyaa a akka biyyitii saayinsii fi teknooloojiin guddattu tolchuu.

Hujiin guugrdoon minsitiri isaanii akka gabaasa ministirii kanaatti;

  • Karaan saayinsi fi teknooloojiin guddatuun baballisuu
  • Humana saayinsii fi teknooloojiin leenji’e guddisuu
  • Qu’annaa fi Qorannaa saayinsi guddisuu
  • Bu’aa saayinsi fi teknooloojii biyya alaati dhufaa qulqulloo tahuu fi dhibaachu isaanii tohachuu
  • Humna saayinsi koollejjii fi yuniversitiitti dabalanii akka misoomii gargar hin cinne tolchuu fa jedhan

Obboo Musxafaa Abdulwahaad,daarkterii sab-qunnamtii Saayinsi fi Teknooloojii Itoophiyaati: “humna saayinsii fi teknooloojiin Leenji’e guddinna itti fufsiina qabu qabaachu Dandeenya.”

Karoorii minsitiri Saayinsii fi teknooloojii Itoophiyaa ganna shaniif bahel; Laabraatoorii saayinsii fi teknoolooji qabaachuu.

Akka yuniversitiin Finfinnee fi Adaamaa gama saayinsiitii fi teknoloojiitiin sadarkaa addunyaatti galmaahanii hujii tana hojjachaa deeman tolchuu,humna nama teknooloojiin leenjfamee dinagdeen guddisuu fi kkf.

Porojeektiin saayinsi fi teknooloojiin hojjataman ka biyyaa fkn tahan jedhan ammoo projeektii xaahoo, warshaa sukkaarii,karaa baaburaa fa.

Saayinsii fi teknooloojiin Itoophiyaa Dirree Dawaa, Adaamaa, Finfinnee fi Duukemitti lafa indastirii qabuun misooma guddaa hojjachuutti jira jedha ministerii kun.

Ministiriin kun bara 1975 jalqabee haga bara 1995 bifa ahaaraan jaaramuuf jijjiiramaa asi gahe.Ministirii kun hojjattoota 1000 caalaa qabaa, aaddee Dammituu Hambisaatti Ministera.

Kaayoon guddoon ammoo akka Itoophiyaan bara 2022/23 teknooloojii biyya alaa guutumaa guutuutti hojjachuun dandeettu tolchuu.

please wait

No media source currently available

0:00 0:10:45 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG