Xurree ittiin seenan

Breaking News

Himannaa Komiishina Tokkummaa Mootummootaa fi deebii Ertraa


Waxabajjii 12 addunyaa irratti guyyaa itti ijoolleen hojii humnaa irratti bobba’uu isaanii mormuun sagalee itti dhageesisan ta’e jira. Ijoolleen Itiyoophiyaa kanneen hojii humna isaaniin ol ta’e irratti bobba’an jiruu? Sababaan kanaaf isaan saaxiluu maali?

Gama kaaniin komiishinni Tokkummaan Mootummotaa gabaasa dhiyeenya kana baaseen Mootummaa Ertraa qeequun himata adda addaa irratti dhiyeessee jira. Himannaa dhiyaatan kan keessaa hangi tokko gocha gara jabiinaa dhala namaa irratti rawwatame kan jedhamuu danda’uu jira jedha. Mootummaan Ertraa kanaaf deebiin isaa maali? Gabaasaa guutuu armaa gadiitti caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:10:18 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG