Xurree ittiin seenan

Breaking News

Chaayinaan Jibuutii keesastti teessoo waraanaa qabaachuuf deemti


Alaabaa Chaayinaa
Alaabaa Chaayinaa

Chaayinaan Jibuutii keessaati teessoo waranaa jaarrachuuf gaafachuutti mariitti jirti jedha perezidaantiin Jibuutii Ismaahel Gulee.

Akka Rooyersi oduu himaa ministera haajaa alaa Chaayinaa Hong Lei maqeffatee jedhetti teessoon waraanaa tun ta dooniin waraanaa gaazii keessaa waraabbatu, waraanii nagaa naannoo sunii eegu nyaata dhugaatii keessaa aragtu, dooniin garba Indii fi galoo galaana Aden irraa shiftaa eegu keessa taa’u.

USA fi Faransaay duruu teessoo waraanaa Jibuutii qaban.Shiftaa garbaa fi galaana Soomaalee irraa doonii saaman hadhanillee achii kahani lolan.

Chaaynaan eegii guyyaa jahaan duratti milishooti Islaamummaa hoteelii Maalii tokko keesatti nama fixaniin duubatti milihsoota sunitti duuluuf karoora qabdi.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG