VOA
Sites by Language
Top Stories:
VOA Afaan Oromo
VOA Oromo
VOA Afaan Oromoo Oduu
VOA Afan Oromo
English Worldwide
English
voanews.com
Learning English
learningenglish.voanews.com
Eastern & Central Europe
Shqip
Zeriamerikes.com
Bosanski
vijestiglasaamerike.com
Ελληνικά
gr.voanews.com
Македонски
mk.voanews.com
Srpski
glasamerike.net
Українська
chastime.com
Eurasia
Հայերեն
amerikayidzayn.com
Azerbaijani
amerikaninsesi.org
ქართული
amerikiskhma.com
Русский
golos-ameriki.ru
Central Asia
O‘zbek
amerikaovozi.com
East & Southeast Asia
Burmese
burmese.voanews.com
粵語
voacantonese.com
中文
voachinese.com
Bahasa Indonesia
voaindonesia.com
ខ្មែរ
khmer.voanews.com
Khmer
voacambodia.com
한국어
voakorea.com
ລາວ
lao.voanews.com
ไทย
voathai.com
བོད་ཡིག
voatibetan.com
Tibetan
voatibetanenglish.com
Tiếng Việt
voatiengviet.com
South Asia
বাংলা
voabangla.com
دری
darivoa.com
پښتو
pashtovoa.com
وی او اې ډيوه ريډیو
voadeewaradio.com
اردو
urduvoa.com
Africa
Afaan Oromoo
voaafaanoromoo.com
አማርኛ
amharic.voanews.com
Français
lavoixdelamerique.com
Hausa
voahausa.com
Kinyarwanda
radiyoyacuvoa.com
Kirundi
radiyoyacuvoa.com
Ndebele
voandebele.com
Português
voaportugues.com
Shona
voashona.com
Soomaaliga
voasomali.com
Kiswahili
voaswahili.com
ትግርኛ
tigrigna.voanews.com
Zimbabwe
voazimbabwe.com
Middle East / North Africa
فارسی
ir.voanews.com
كوردی
dengiamerika.com
Kurdi
dengeamerika.com
Türkçe
amerikaninsesi.com
Latin America
Creole
voanouvel.com
Español
voanoticias.com
VOA
Log in
Sign up
Log out
Oduu
Oromiyaa
Afrikaa
Addunyaa
Sagantaalee
Ameerikaa fi Uummata Ishee
Dirree Dimookiraasii
Ispoorti
Ka Dhageenyee fi Dubbisne irraa
Misooma
Qophii Addaa
Qophi Fayyaa
Waa’ee Uummata Oromoo
Dilbata, Caamsaa 25, 2013 Local time: 16:49
Audio
Multimedia
VOA Afaan Oromoo
VOA Amharic
VOA Tigrigna
VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee
Oduu
Bunaa Fi Nagaa Hin Dhabinaa!
Print
Yaada
Hirmaadhu
Tweet
TEXT SIZE
-
+
Soraa Halakee
10.11.2012
WASHINGTON,DC
— Waan Itoophiyaan addunyaa keessattiin beekamtu keessaa tokko buna.Namii Itoophiyaa buna waan hedduun tolfata;dhaabatee dhugaa,qalatee nyaata,dubraan fuudhuun kadhaa dhaqaa,aadaa fi seeraan guutataa,baasee gurguratee haajaa hedduun guutata. Jireennii nama Itoophiyaa miliyoonii 15tti dhiyaatu gama kanaan tahii gama suniin bunatti hirkata.Itoophiyaan bara 2012 keessaa buna toonii kuma 100 caalu gabayaa alaatti gurgurattee doolara biliyoona fi miliyoona 16 jalaa argachuuf hujiitti jirti jedhan.Bunii Itoophiyaan alatti ergattu harkii 65 akka obboo Taaddeseetti Oromiyaa dhufa.
Biyyiti tun buna isii ka akkana addunyaan jaalattee fi gabayaa addunyaa keessa mi’aa qofaa mitii foolee isaatiinuu hin beekanii jedhan kana hagana caalaa jabeeffattee biyya innii hin gahinilleen gahachuuf kora addunyaa Sadaa 8,fi 9,2012 Finfinneetti yaamte.
Obboo Taaddasaa Masqalaa I/G/Waldaa Oomishtoota Buna Oromiyaati,wannii korii kun taaheef;
“Waahee Buna keennaa addunyaa irratti barsiisuu…warrii buna alaatii bitan,qorattoonni,ka buna oomishna,kana buna biyya keessatti akaahan walti dhufanii qulqulinna buna keennaa irratti dubbanne….”
Obboo Taaddasaa, Buna Itoophiyaa addunyaa irratti maaniin beekan jennaan.
“
Buna Itoophiyaa tokkoffaa…buna uumamaadhaa,lammaffaan dhandhamii isaa addaa..kaan wayini, wayinii jedhaa,kaan mookaa jedhaa,kaan ammoo burtukaana dhahaa,buna foolee gaarii qabaa...Gaaddisaa jalatti biqilaa,lafa tabbaa irratti bahaa.”
Buna Itoophiyaa kana haga guddaan gabayaa Jermenii fi gabayaa Sahudiitti ergan,dhaabbilee USA buna Itoophiyaa bitan keessaa;Rooyal Koofii,Inter-Amerikaa,Staarbaaksi dabalee hedduu.
Qabeenna Itoophiyaa guddaa kana jabeessanii qonnaan bulaa buna oomishullee jabeessuuf akka obboo Taaddasaatti buna biyya tanaa jabeessanii addunyaatti labsuu fi akka qonnaan bultootilleen buna dhama qabuu fi gabayaa dansaa baasuuf oomishan leenjisuu fi barsiisuu jedha.
Akka Obboo Taaddeseetti qonnaan bultootii buna isaanii lafatti afuu,bisaan itti naquu fi cirrachaan wal makuu baannaan,dheedhii ciruu baatanii midhaassanii quleessinaan gabayaa dansaa jalaa argatan.
Marii
Qulqulinna Buna Itoophiyaa
irratti mari’atte irratti dhaabbilee bunaa Itoophiyaa bitan hedduutti biyya alaatii dhufe.Muummeen ministera Itoophiyaa obboo Hayilee Maariyam Dessaalenyilleen mootummaan isaanii akka Itoophiyaan buna dansaa qabaattu tolchuuf waldoota oomishtoota bunaa akka gargaaru waadaa gale.
Itoophiyaan biyya bunii itti dhalatee,namii isiilleen buna kana waan hedduun guutata.
Bunaa fi Nagaa Hin Dhabinaa jennaa mee waan buna Itoophiyaa irratti qopheessine nuu caqasaa.
Mee tana nuu caqasaa
Mee tana nuu caqasaa
✖
▶
||
■
12:00:00
/
-:--:--
🔇
🔉
⎚
▶
Playlist
Download
This forum has been closed.
Comments
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730
Afaan Oromoo News 1730
Listen
Playlist
Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa
Wixata
Mp3
Kibxata
Mp3
Roobii
Mp3
Kamisa
Mp3
Jimaata
Mp3
Afaan Oromoo Audio Archives
Amharic and Tigrigna News
የአፍሪካ ሕብረት ልክ ሃምሣ ዓመት ሆነው
ኤርትራ ሃያኛ የነፃነት በዓሏን አከበረች
ውድብ ሕብረት ኣፍሪቃ ዳሓር ሕብረት ኣፍሪቃ እንታይ ፈፂሞም?
ንድምቀት ናጽነት ኤርትራ ዝብል ምርኢትን፡ ኣንጻር መንግስቲ ዝቐነዐ ሰልፊ ተቓወምትን
ፕረሲደንት ኢሳያስ ኣብ መደረ መበል 22 ዓመት ናጽነት ኤርትራ
ነፍሣት ጤናማ ምግብ ናቸው - ኤፍኤኦ
More
Most Viewed
“Malaammaltummaan Itti qabata, Dhimmi Isaa Polotikaa Dha”
“Siyaasaaf Hidhaman, Shakkiin Jedhu Jiraachuu Mala. Garuu Dhara”
Milkaa’ina argachuun tattaaffii ofii gaafata deggersi maatii immoo daran barbaachisaa dha
Carraan Nu Eeggatu Du’a Qofa, Kan Biraa Hin Jiru.
Taphataa Kubbaa Miilaa Beekamaa Devid Beekamii fi Leenjisaa Aleksi Fergusen Tapha Dhiisuuf Labsan
Most Listened
Afaan Oromoo News 1730
Guutummaa gaaffii fi deebii Jorgoo fi harmee isaa armaan gaditti caqasaa
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730