VOA
Sites by Language
Top Stories:
VOA Afaan Oromo
VOA Oromo
VOA Afaan Oromoo Oduu
VOA Afan Oromo
English Worldwide
English
voanews.com
Learning English
learningenglish.voanews.com
Eastern & Central Europe
Shqip
Zeriamerikes.com
Bosanski
vijestiglasaamerike.com
Ελληνικά
gr.voanews.com
Македонски
mk.voanews.com
Srpski
glasamerike.net
Українська
chastime.com
Eurasia
Հայերեն
amerikayidzayn.com
Azerbaijani
amerikaninsesi.org
ქართული
amerikiskhma.com
Русский
golos-ameriki.ru
Central Asia
O‘zbek
amerikaovozi.com
East & Southeast Asia
Burmese
burmese.voanews.com
粵語
voacantonese.com
中文
voachinese.com
Bahasa Indonesia
voaindonesia.com
ខ្មែរ
khmer.voanews.com
Khmer
voacambodia.com
한국어
voakorea.com
ລາວ
lao.voanews.com
ไทย
voathai.com
བོད་ཡིག
voatibetan.com
Tibetan
voatibetanenglish.com
Tiếng Việt
voatiengviet.com
South Asia
বাংলা
voabangla.com
دری
darivoa.com
پښتو
pashtovoa.com
وی او اې ډيوه ريډیو
voadeewaradio.com
اردو
urduvoa.com
Africa
Afaan Oromoo
voaafaanoromoo.com
አማርኛ
amharic.voanews.com
Français
lavoixdelamerique.com
Hausa
voahausa.com
Kinyarwanda
radiyoyacuvoa.com
Kirundi
radiyoyacuvoa.com
Ndebele
voandebele.com
Português
voaportugues.com
Shona
voashona.com
Soomaaliga
voasomali.com
Kiswahili
voaswahili.com
ትግርኛ
tigrigna.voanews.com
Zimbabwe
voazimbabwe.com
Middle East / North Africa
فارسی
ir.voanews.com
كوردی
dengiamerika.com
Kurdi
dengeamerika.com
Türkçe
amerikaninsesi.com
Latin America
Creole
voanouvel.com
Español
voanoticias.com
VOA
Log in
Sign up
Log out
Oduu
Oromiyaa
Afrikaa
Addunyaa
Sagantaalee
Ameerikaa fi Uummata Ishee
Dirree Dimookiraasii
Ispoorti
Ka Dhageenyee fi Dubbisne irraa
Misooma
Qophii Addaa
Qophi Fayyaa
Waa’ee Uummata Oromoo
Jimaata, Caamsaa 23, 2013 Local time: 21:37
Audio
Multimedia
VOA Afaan Oromoo
VOA Amharic
VOA Tigrigna
VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee
Oduu
/
Qophii Fayyaa
Dhukkuba kaansarii fi Biyyoota Guddataa jiran
Print
Yaada
Hirmaadhu
Tweet
TEXT SIZE
-
+
VOA
15.02.2013
WASHINGTON DC
— Addunyaa irratti du'a dhukkubi kaansarii fidu sadii keessaa harka tokko ittisuun kan danda'amu ta'uu jaarmayaaan fayyaa addunyaa gabaasee jira. Guyyaa kaansarii addunyaa sababeeffachuun gabaasaan sadarkaa addunyaatti ba'e akka jedhutti biyyoota addunyaa irra jiran keessaa walakkaa caalaan sagantaa ittiin dhukkuba kana ittisan ykn wal'aanan waan hin qabaanneef jecha dandeenye.
Jaarmayaan fayyaa addunyaa akka gabaasetti bara 2008 keessa uummanni miliyoona 7.6 sababaa dhukkuba kaansariin du'an. Waggaa waggaanis namoonni miliyoona 13 ta'an haaraa dhukkuba kanaan qabamu. Jaarmayaan kun akka jedhutti warri kaansariin haaraa qabamanis haa ta'u warri dhukkuba kanaan du'aa jiran 3 keessaa harki 2 biyyoota guddataa jiran keessatti argamu.
Aadaan sochii qaamaa ykn spoortii hojjechuu lafa hin baratamnetti furdinnis hammaatee kanneen tamboo xuuxanii fi dhugaarii alkoolii dhugan dabalaa yeroo jiran kanatti kaansariif saaxilamuun dabalaa deema. Kunis keessumaa magaalaalee biyyoota guddataa jiran adda addaa keessatti faca'ina kaansarii hammeessa.
Gama kaaniin ijoolleen durbaa biyyoota guddataa jiran keessa jiraatan dhukkuba kaansarii afaan gadameessaan (Servical Cancer) akka hin qabamneef talaalii ittisu argachuuf jiru. Kaansariin Afaan gadameessaa miidhu kun Hiyumaan Paapiloomaa vaayras ykn HPV jedhamuun kan dhufu yoo ta'u kan daddarbus quunnamtii saalaan ta'uun ibsamee jira.
Addunyaa irrattis sababaa kaansarii kanaan daqiiqaa lama keessatti dubartii tokkotu du'a. Waggaa waggaan dubartoota kuma 200 fi kuma 75tu dhukkuba kanaan dhuma. Kanneen keessaa harka 85 kan ta'an biyyoota guddataa jiran keessa jiraatu. Talaaliin kaansarii afaan gadameessaa ittisuuf kannemu ijoollee durbaa umuriin isaanii waggaa 9 fi 13 gidduu jiraniif kennama.
Gamtaan Gaavii Alaayaans jedhamu talaalii farra kaansarii kana kennuuf shamarran biyyoota guddataa jiran 8 filate. Biyyoota Afriikaa uffee sahaaraa gadii keessaa Gaanaa, keeniyaa, madagaaskaar, maalaawwii, Nigeer, Seeraaliyoon fi Taansaaniyaa akkasumas biyyoota Eshiyaa keessaa laaoos ta'uun baakemee jira.
Gabaasa guutuu dhaggeeffahdaa
Gabaasa guutuu dhaggeeffahdaa
✖
▶
||
■
12:00:00
/
-:--:--
🔇
🔉
⎚
▶
Playlist
Download
This forum has been closed.
Comments
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730
Afaan Oromoo News 1730
Listen
Playlist
Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa
Wixata
Mp3
Kibxata
Mp3
Roobii
Mp3
Kamisa
Mp3
Jimaata
Mp3
Afaan Oromoo Audio Archives
Amharic and Tigrigna News
ኣብ ዝሓለፉ ’20 ዓመታት እዋን ናፅነት ኤርትራ’ እንታይ ተፈፂሙ? (2ይ ክፋል)
ኣብ ዝሓለፉ ’20 ዓመታት እዋን ናፅነት ኤርትራ’ እንታይ ተፈፂሙ?
ኢትዮጵያ ኣብ ናይ ጁባላንድ ምርጫ ብሓለፋ እትድግፎ ሕፁይ የብላን ኢላ
ዋናው ጤና ነው
በኤርትራ 10,000 የፐለቲካ እስረኞች ካለፍርድ እንደተያዙ አምነስቲ ገለጸ
ኢትዮጵያ በጋዜጦች
More
Most Viewed
VOA AFAAN OROMOO PROGRAM TUESDAY MAY 14 2013
“Malaammaltummaan Itti qabata, Dhimmi Isaa Polotikaa Dha”
Namii Adoo Dandeettii Qabu Ufi Keessatti Beekee Guddifatee, Doktora Dhiisi Waan Fedheeyyu Hinuma Tahaa jetti, Tiyyaa Diidolee
VOA AFAAN OROMOO PROGRAM MONDAY MAY 13 2013
“Siyaasaaf Hidhaman, Shakkiin Jedhu Jiraachuu Mala. Garuu Dhara”
Most Listened
sagantaa Wixata caamsaa 3 guutummaa isaa dhaggeeffadhaa
Afaan Oromoo News 1730
Guutummaa gaaffii fi deebii Jorgoo fi harmee isaa armaan gaditti caqasaa
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730