Kamisa, Ebla 17, 2014 Local time: 21:49

Oduu / Qophii Addaa

Hordoftoonni Amantii Kirstiyaanaa Baga Ayyaana Dhaloota Gooftaa Yesuus Geessan

TEXT SIZE - +
Tujubee Kuusaa
— Ayyaanni dhaloota Gooftaa Yesuus Kirstoos Kirstiyaanota addunyaa garaa garaa keessa jiran biratti kabajamee ooleera.Yeroo ayyaana kanaa namoonni kennaa adda addaa wlaii kennuu akkasumas gara waldootii Kirstiyaanaa dhaqanii Waaqa galateeffachuu dhaan kabaju.

Ayyaana kana namoonni biyya keessaa fi biyya alaa jiraatan haala isaan itti kabajan akkasumas Luba Waldaa Kirsitiyaanaa biraa illee ergaan Wangeelaa darbee jira. Nutis Ijoollee biyyaa fi biyyootii alaa keessa jiran dubbisnee ayyaana kanaaf qophii addaa qindeessinee jirra.

Guutummaa qophii kanaa armaan gaditti caqasa
Guutummaa qophii kanaa armaan gaditti caqasai
|| 0:00:00
...
 
🔇
X
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one