Roobii, Hagayya 27, 2014 Local time: 13:06

Oduu

'Yaaddoon Ummata Itoophiyaa Gungumsuu Irraa Dallansuu Ummataatti Hin Jijjiiramne’

Mallaskaachoo Ammahaa
Paartiin mormitu Itoophiyaa rakkoo fi fala siyaasaa Itoophiyaa irratti mari’achuuf kalee Finfineetti kora yaamte.

Akka jecha itti gaafatamaa paartii Qindoominaa,Tokkummaa fi Demokiraasii Itoophiyaa Dr.Nagaasoo Gidaadaatti yaaddoon ummata Itoophiyaa gungumsuu irra jirti malee dallansuu ummataa taatee alatti hin baane.

Hawaasii akka jecha Dr.Nagaasootti falaa fi waan hedudu paartilee siyaasaa irraa eegachuulleen waan mumullataa keessaa tokko.

Tana maleellee paartiin biyya bulchitu Bulchiinsii mootummaa gugurdaa sadeen;ka Seera Baasu,Ka Seera Tohatuu fi Seera Hujiitti jijjiiru woma fedhii ufiitiin guutachuutti jira.
Kun ammoo akka jecha Nagaasootti mirga ummataa gadi qabu taati.Itoophiyaatti akka paartileen mormituullee hin jiraanne dhowwuutti jira.Kaan hidhaan,ijjeechaa fi waan gara garaatiin dorsisu.
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one