Roobii, Onkoloolessa 01, 2014 Local time: 10:11

Oduu

Muudamuun kaabineewwanii sirrii dha jedhu angawoonni, xiinxaltoonis yaada gama ofii qabu

Jaallannee Gammadaa
Muummichi ministeeraa Itiyoopiyaa kaabineewwan haaraa muuduu isaanii ilaalchisee Dubbi himaan ministrii dantaa alaa biyyattii Ambaasaadder Diinaa Muftii ibsa kennanii jiran. Muudamuun namoota kanaa waanuma akkaa ti jedhu.

Xiinxalaa Siyaasaa Jawaar Mohammedis xiinxala gama isaa nuuf kennee jira. Mallattoo armaan gadii yoo tuqxan gabaasaalee keenya dhaga’uu dandeessan.

Gabaasa guutuu dhaggeeffahdaa
Gabaasa guutuu dhaggeeffahdaai
|| 0:00:00
...
 
🔇
X
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one