VOA
Sites by Language
Top Stories:
VOA Afaan Oromo
VOA Oromo
VOA Afaan Oromoo Oduu
VOA Afan Oromo
English Worldwide
English
voanews.com
Learning English
learningenglish.voanews.com
Eastern & Central Europe
Shqip
Zeriamerikes.com
Bosanski
vijestiglasaamerike.com
Ελληνικά
gr.voanews.com
Македонски
mk.voanews.com
Srpski
glasamerike.net
Українська
chastime.com
Eurasia
Հայերեն
amerikayidzayn.com
Azerbaijani
amerikaninsesi.org
ქართული
amerikiskhma.com
Русский
golos-ameriki.ru
Central Asia
O‘zbek
amerikaovozi.com
East & Southeast Asia
Burmese
burmese.voanews.com
粵語
voacantonese.com
中文
voachinese.com
Bahasa Indonesia
voaindonesia.com
ខ្មែរ
khmer.voanews.com
Khmer
voacambodia.com
한국어
voakorea.com
ລາວ
lao.voanews.com
ไทย
voathai.com
བོད་ཡིག
voatibetan.com
Tibetan
voatibetanenglish.com
Tiếng Việt
voatiengviet.com
South Asia
বাংলা
voabangla.com
دری
darivoa.com
پښتو
pashtovoa.com
وی او اې ډيوه ريډیو
voadeewaradio.com
اردو
urduvoa.com
Africa
Afaan Oromoo
voaafaanoromoo.com
አማርኛ
amharic.voanews.com
Français
lavoixdelamerique.com
Hausa
voahausa.com
Kinyarwanda
radiyoyacuvoa.com
Kirundi
radiyoyacuvoa.com
Ndebele
voandebele.com
Português
voaportugues.com
Shona
voashona.com
Soomaaliga
voasomali.com
Kiswahili
voaswahili.com
ትግርኛ
tigrigna.voanews.com
Zimbabwe
voazimbabwe.com
Middle East / North Africa
فارسی
ir.voanews.com
كوردی
dengiamerika.com
Kurdi
dengeamerika.com
Türkçe
amerikaninsesi.com
Latin America
Creole
voanouvel.com
Español
voanoticias.com
VOA
Log in
Sign up
Log out
Oduu
Oromiyaa
Afrikaa
Addunyaa
Sagantaalee
Ameerikaa fi Uummata Ishee
Dirree Dimookiraasii
Ispoorti
Ka Dhageenyee fi Dubbisne irraa
Misooma
Qophii Addaa
Qophi Fayyaa
Waa’ee Uummata Oromoo
Roobii, Waxabajjii 18, 2013 Local time: 07:29
Audio
Multimedia
VOA Afaan Oromoo
VOA Amharic
VOA Tigrigna
VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee
Oduu
Mirga Namoomaa eegsisuuf Miseensonni Haraan Filataman
Print
Yaada
Hirmaadhu
Tweet
TEXT SIZE
-
+
VOA
14.11.2012
WASHINGTON, DC
— Gumiin walii galaa kan Tokkummaa mootummotaa biyyoota galmee dhittaa mirga namoomaa guddaa qaban miseensoota kaawunsilii mirga dhala namaa gochuuf filachu isaa gareeleen mirga dhala namaaf falman qeeqaa jiran.
Biyyoota kudha saddeet wixata darbe filataman keessaa 18 keessa harka sadii qofatu filamuuf uulaagaa guuta.
Tokk mootummotaatti Ambaasaaddarri yunaaytiid stetes Susan Rice akka jedhanti yunaaytiid stetes dhittaa mirga dhala namaa kan ilaaleen toora duraa irra dhaabattee kanneen dararamanii fi mootummoota addunyaa irratti gara jaboo fi hamoo ta’an jala jiraniif falmuu feeti.
Aayiivorii koost, Itiyoophiyaa Gaaboon keniyaa fi seeraaliyoon barcuuma Afrikaa banaa jiran shanan guutanii jiran.
Tokkummaa mootummootaatti daayriktera Human Rights watch
x
Tokkummaa mootummootaatti daayriktera Human Rights watch
Filatamuu Itiyoophiyaa kan ilaaleen Tokk mootummotaa keessatti/ bakka bu’a garee mirga dhala namaaf falmu Humnaan right watch..f bakka bu’a kan ta’an Filiipe Bolopiyoon ennaa dubbatan kun kan nama gaabbisisuu fi gaddisisuu dha jedhan.
Itiyoophiyaa kan ilaaleen wanni gaggeeffame filannoo ykn dorgommiidha kan jedhamu miti kan jedhaam oloopiyoon gareen warra Afrikaa haaluma baratamaa ta’een lakkofsii bakka butootaa dhiyesse wal fakkaataa dha.
Biyyonni akka Itiyoophiyaa galmee dhittaa mirga dhala namoomaa guddaa qaban filatamuun heeddu nama gaddisiisa jedhanii, Itiyoophiyaan filannoo dorgommii hin qabneen gammaduu mannaa haala itti galmee haala itti mirga dhala namaa kabajaa jirtu sakatta’uu qabdi jedhan.
keessumaa yaada ofii walaba ta’anii ibsachu kan ilaaleen humnootii ishee nagaa eegsisan itti gaafatamoo gochu qabdi jedhu.Garee mirga dhala namaaf falmu Human Rights watch irraa Filiip Bolopiyoon akka jedhanti
Mootummaan Itiyoophiyaa carraa kanaan tarkaanfii qabatamaa ykn hiika qabu fudhachu qaba.Fakkeenyaaf mirga yaada ofii walaba ta’anii ibsachuu fi mirga wal ga’u kabajuu qaba.
Miseensoonni haaraa seenan kun baatii Amajji fullee keenyaa jalqabee waggaa sadiif kan turan ta’uun ibsamee jira.
This forum has been closed.
Comments
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730
Afaan Oromoo News 1730
Listen
Playlist
Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa
Wixata
Mp3
Kibxata
Mp3
Roobii
Mp3
Kamisa
Mp3
Jimaata
Mp3
Afaan Oromoo Audio Archives
Amharic and Tigrigna News
ላዕለዋይ ልኡኽ ግብፂ ምስ ሰበስልጣን ኢትዮጵያ ኣብ ኣዲስ ኣበባ ክዘራረብ ውዒሉ
ጋንታ ኢትዮዽያ፣ናብ ብራዚል 2014 ፅዋዕ ዓለም ትምርሽ‘ላ
ዋልያዎቹ ባፋና ባፋናን መቱ
ቂሐ-ጽልሚ፡ ኣብነታዊት ፍቕሪ ዝኾነት ስድራቤት ካብ ትግራይ፡ ካብ ስነ-ጥበባዊ ሊንጎ ድማ ብዛዕባ መፅሓፍ ሰለሞን ጸሃየ
ፓርላማው የኢንተቤን የአባይ ወንዝ አጠቃቀም ውል አፀደቀ
የአፍሪካ ሕብረት፣ በአባይ አጠቃቀም እና በወጣቶች ጉዳይ ላይ…
More
Most Viewed
Itoophiyaa fi Masriin Laga Abbayaaa Irratti Dubbiin Wal Qoqqolumatti Jiran, Taatullee Marii Fedhan.
Itoophiyaan Dorgommii Kubbaa Miilaa 2014 Biraazilitti Taphataniif Dabruuf Abdii Horachaa Dhufuuti Jirti
Most Listened
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730