Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Manneen Digee Isa Digees Gurratee Deema


Magaalaa Finfinnee naannoo Boolee Bulbulaa jedhamu aanaa 12 keessatti mootummaan manneen 400 ol diiguu isaa jiraatonni ibsanii jiru.

Waggootiitorba caalaaf iddoo kana keessaa jiraataa akka turan kan ibsa jiraatonni tajaajiila Ibsaa fi Bishaanii mootummaan nu ehamee galfanne jirra jedhu.

Jiraatonni iddoo kanaa harka saddettamaa ol Oromoo waan taaneeef bakka dahannaa Adda Bilisummaa Oromooti jechuun nu shakkaa eega turanii booda dhuma irratti yeroo mummichi ministeera Itiyoophiyaa duraanii Mallas Zenaawwii du’an warra bo’icha hin deemne irratti fulleffachuun tarkaanfii kana nu irratti fudhatan jedhu.

Bulchaan aanaa 12 obbo Amdee Tasammaa deebii gama mootummaa gaafatamanii waan isaa hin beeku, kan dubbannu yoo jiraate waajiira keenya kottaa nu dubbisaa jedhanii jiran.

Gaaffii fi deebii dhaggefadhaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:53 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG