Dilbata, Ebla 20, 2014 Local time: 00:36

Oduu / 2012 US Election

Balaan Hobomboleettii Duula Filannoo Danqe

President Barack Obaman hojjettoota dhaaba gargaarsa yeroo hatattamaa kan Federaalaa FEMA waliin
President Barack Obaman hojjettoota dhaaba gargaarsa yeroo hatattamaa kan Federaalaa FEMA waliin
TEXT SIZE - +
Namoo Daandii
— Filannoon Prezidaantummaa UNITED STATES geggeessamuuf yeroo torban tokko qofti hafee jiru kanatti, eega balaan obonboleettii hamaan “HRRICANE SANDY” jedhamu naannoolee Ameerikaa handaara galaanaa gama BAHAA dhahee booda  kaadhimamtoonni lameen Prezidaant OBAAMAA fi Rippuublikaantichi MITT RAMNEY duula “na filadhaa” irratti of eeggannoon deemaa jiru.

Qophii filannoo fi haala gidduu kanaa ilaalchisee Koomishina Mirga Namoomaa ka Mootummaa Bulchiisa Naannoo OHIO irraa nuuf ibsaniiru.

Gaaffii di Deebii dhaggeeffadhaa
Gaaffii di Deebii dhaggeeffadhaai
|| 0:00:00
...
 
🔇
X
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one