VOA
Sites by Language
Top Stories:
VOA Afaan Oromo
VOA Oromo
VOA Afaan Oromoo Oduu
VOA Afan Oromo
English Worldwide
English
voanews.com
Learning English
learningenglish.voanews.com
Eastern & Central Europe
Shqip
Zeriamerikes.com
Bosanski
vijestiglasaamerike.com
Ελληνικά
gr.voanews.com
Македонски
mk.voanews.com
Srpski
glasamerike.net
Українська
chastime.com
Eurasia
Հայերեն
amerikayidzayn.com
Azerbaijani
amerikaninsesi.org
ქართული
amerikiskhma.com
Русский
golos-ameriki.ru
Central Asia
O‘zbek
amerikaovozi.com
East & Southeast Asia
Burmese
burmese.voanews.com
粵語
voacantonese.com
中文
voachinese.com
Bahasa Indonesia
voaindonesia.com
ខ្មែរ
khmer.voanews.com
Khmer
voacambodia.com
한국어
voakorea.com
ລາວ
lao.voanews.com
ไทย
voathai.com
བོད་ཡིག
voatibetan.com
Tibetan
voatibetanenglish.com
Tiếng Việt
voatiengviet.com
South Asia
বাংলা
voabangla.com
دری
darivoa.com
پښتو
pashtovoa.com
وی او اې ډيوه ريډیو
voadeewaradio.com
اردو
urduvoa.com
Africa
Afaan Oromoo
voaafaanoromoo.com
አማርኛ
amharic.voanews.com
Français
lavoixdelamerique.com
Hausa
voahausa.com
Kinyarwanda
radiyoyacuvoa.com
Kirundi
radiyoyacuvoa.com
Ndebele
voandebele.com
Português
voaportugues.com
Shona
voashona.com
Soomaaliga
voasomali.com
Kiswahili
voaswahili.com
ትግርኛ
tigrigna.voanews.com
Zimbabwe
voazimbabwe.com
Middle East / North Africa
فارسی
ir.voanews.com
كوردی
dengiamerika.com
Kurdi
dengeamerika.com
Türkçe
amerikaninsesi.com
Latin America
Creole
voanouvel.com
Español
voanoticias.com
VOA
Log in
Sign up
Log out
Oduu
Oromiyaa
Afrikaa
Addunyaa
Sagantaalee
Ameerikaa fi Uummata Ishee
Dirree Dimookiraasii
Ispoorti
Ka Dhageenyee fi Dubbisne irraa
Misooma
Qophii Addaa
Qophi Fayyaa
Waa’ee Uummata Oromoo
Wixata, Caamsaa 19, 2013 Local time: 17:22
Audio
Multimedia
VOA Afaan Oromoo
VOA Amharic
VOA Tigrigna
VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee
Oduu
/
Ameerikaa fi Uummata Ishee
Sirni kakuu Presidaant Baraak Obaamaa Har’a Raawwate
Print
Yaada
Hirmaadhu
Tweet
TEXT SIZE
-
+
VOA
21.01.2013
WASHINGTON DC
— Presidaant Obaman white house keessatti guyyaa kaleessaa sirna kakuu wayita raawwatanitti haadha warra isaanii Mitchell Obama, intaloota isaanii Malia fi Saashaa akkasumas gareen gaazexeessotaa hagi tokko bakka argamanitti ture. Sirna kakuu presidentichaa kan geggeessan abbaa murtii muummicha Ameericaa John Roberts turan.
President Obamaan guyyaa kaleessaa guyyaa kaleessaa qabaniimarsaa lammataaf hoogganaa ta’anii itti gaafatama fudhataniiru. bulchiinsa isaanii waggaa shanaffaaf guyyaa jalqabaa ture.Akka carraa ta’ee guyyaan har’aa guyyaa yaadannoo Martin Luter King waliin wal irra oole.
Sirna kakuu presidaant Baraak Obaamaa
x
Sirna kakuu presidaant Baraak Obaamaa
Bara 1963 keessa lammiiwwan Ameerikaa hidda dhalata Afiikaa qixummaan isaanii akka kabajamu gaafachuuf jecha uummata kurna kumaan laka’amantu Washington DC keessatti hiriira nagaa guddaa geggeessan.
Hagaya 28 bara 1963 hiriira guddaa geggeeffame kana irratti uummati argame ni moonaa, guyyaa tokko ni injifanna jedhanii harka wal qabatanii faaruu dhageessisaaa turan.
Qabsaa’aa mirga namaa fi hoogganaa hiriira sanaa kan ta’an Martin Luther king jamaa alitti qabameef haasaa seena qabeessa kan abjuun qaba” I have a dream” jedhu dhageessisan.
Guyyaan guyyaa sirni kakuu presidentii itti raawwatu kun guyya presidentiin hojii itti eegalu. Presidentichi akka filatamaniif sagalee kan kennes haa ta’u kan hin kennin presidentiin filatame kan biyya hoogganu isa kana jechuu dhaan mul’inatti guyyaa itti
simatu.
Gabaasa addaa dhaggeeffadhaa
Gabaasa addaa dhaggeeffadhaa
✖
▶
||
■
12:00:00
/
-:--:--
🔇
🔉
⎚
▶
Playlist
Download
This forum has been closed.
Comments
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730
Afaan Oromoo News 1730
Listen
Playlist
Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa
Wixata
Windows Media
Mp3
Kibxata
Windows Media
Mp3
Roobii
Windows Media
Mp3
Kamisa
Windows Media
Mp3
Jimaata
Windows Media
Mp3
Afaan Oromoo Audio Archives
Taphattoota Ciccimoo Kubbaa Miila Afrikaa Filadhaa
Dorgommii Taphattoota Afrikaa Bebekamoo Bara 2013
Amharic and Tigrigna News
ሙሉእ ናይ ዓርቢ ፈነወ
ሹመት ሃይለ መንቆርዮስ - ወኪል ሕ/ሃ ኣብ ሕብረት ኣፍሪቃ
ፕረዚደንት ጁባላንድ ኣነ‘የ ኣነ’ባ ዝብሉ ራእስታት ተላዒሎም
በኤርትራ 10,000 የፐለቲካ እስረኞች ካለፍርድ እንደተያዙ አምነስቲ ገለጸ
ኢትዮጵያ በጋዜጦች
ታደሰ ያደሰ- በጠም በስርጭት በኩል ጥሩ ተሰርቶወል።በጥረት በኩል ችግር መኖሩን መንግስትም እያመነ የጥራት ማረጋገጫ ፓኬጅ ቀርፆበ ተገቢ ሁኔታ ክትትል ሰይደረግ ላይ ለዩን ብቻ ለፓለቲካ ፍጆተ ብቻ እንድሆን በአ.አ በተለይ ሆኗል።
More
Most Viewed
VOA AFAAN OROMOO PROGRAM TUESDAY MAY 14 2013
“Malaammaltummaan Itti qabata, Dhimmi Isaa Polotikaa Dha”
Namii Adoo Dandeettii Qabu Ufi Keessatti Beekee Guddifatee, Doktora Dhiisi Waan Fedheeyyu Hinuma Tahaa jetti, Tiyyaa Diidolee
VOA AFAAN OROMOO PROGRAM MONDAY MAY 13 2013
Itoophiyaa fi Keenyaan Humna Ibsee Doolara Biliyoona Tokko Caaltuu Waliin Galfachuutti Jiran
Most Listened
Afaan Oromoo News 1730
sagantaa Wixata caamsaa 3 guutummaa isaa dhaggeeffadhaa
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730