VOA
Sites by Language
Top Stories:
VOA Afaan Oromo
VOA Oromo
VOA Afaan Oromoo Oduu
VOA Afan Oromo
English Worldwide
English
voanews.com
Learning English
learningenglish.voanews.com
Eastern & Central Europe
Shqip
Zeriamerikes.com
Bosanski
vijestiglasaamerike.com
Ελληνικά
gr.voanews.com
Македонски
mk.voanews.com
Srpski
glasamerike.net
Українська
chastime.com
Eurasia
Հայերեն
amerikayidzayn.com
Azerbaijani
amerikaninsesi.org
ქართული
amerikiskhma.com
Русский
golos-ameriki.ru
Central Asia
O‘zbek
amerikaovozi.com
East & Southeast Asia
Burmese
burmese.voanews.com
粵語
voacantonese.com
中文
voachinese.com
Bahasa Indonesia
voaindonesia.com
ខ្មែរ
khmer.voanews.com
Khmer
voacambodia.com
한국어
voakorea.com
ລາວ
lao.voanews.com
ไทย
voathai.com
བོད་ཡིག
voatibetan.com
Tibetan
voatibetanenglish.com
Tiếng Việt
voatiengviet.com
South Asia
বাংলা
voabangla.com
دری
darivoa.com
پښتو
pashtovoa.com
وی او اې ډيوه ريډیو
voadeewaradio.com
اردو
urduvoa.com
Africa
Afaan Oromoo
voaafaanoromoo.com
አማርኛ
amharic.voanews.com
Français
lavoixdelamerique.com
Hausa
voahausa.com
Kinyarwanda
radiyoyacuvoa.com
Kirundi
radiyoyacuvoa.com
Ndebele
voandebele.com
Português
voaportugues.com
Shona
voashona.com
Soomaaliga
voasomali.com
Kiswahili
voaswahili.com
ትግርኛ
tigrigna.voanews.com
Zimbabwe
voazimbabwe.com
Middle East / North Africa
فارسی
ir.voanews.com
كوردی
dengiamerika.com
Kurdi
dengeamerika.com
Türkçe
amerikaninsesi.com
Latin America
Creole
voanouvel.com
Español
voanoticias.com
VOA
Log in
Sign up
Log out
Oduu
Oromiyaa
Afrikaa
Addunyaa
Sagantaalee
Ameerikaa fi Uummata Ishee
Dirree Dimookiraasii
Ispoorti
Ka Dhageenyee fi Dubbisne irraa
Misooma
Qophii Addaa
Qophi Fayyaa
Waa’ee Uummata Oromoo
Wixata, Caamsaa 26, 2013 Local time: 06:34
Audio
Multimedia
VOA Afaan Oromoo
VOA Amharic
VOA Tigrigna
VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee
Oduu
/
Waa’ee Uummata Oromoo Kana Beektuu Laata?
Barii,Bara Roobaa Fi Nagaa,Quufaa Fi Gabbinnaa fi Ka Hormaataa Bultumaa Ha Nuu Tahuu!
Print
Yaada
Hirmaadhu
Tweet
Related Articles
Taphattoota Ciccimoo Kubbaa Miila Afrikaa Filadhaa
TEXT SIZE
-
+
Soraa Halakee
02.01.2013
WASHINGTON,DC
— Gannii haarahii yoo dhufu wal eebbisanii waan dansaan walii fedhuun aaduma teenna.Ji’a Ammajii kanatti kaan dullachaa garaa ballaa,horii dullachaa qalachaa waaqa ganna dullachaa irraa ganna haaraatti nu dabarsite si galateeffanaa jechaa onaa fi ollaan wal yaamee horii qaltee nyaatee walii dhugaa waan dabreef waaqa isaa galateeffachaa ka dhufuuf ammoo isa abdachaa yaaha.
Namii hagii tokkoo jireenna ufiitii falatee malate,kaan karoora itti aantu baafata,hagii tokkoo ammoo ufi bira dabree ummataa waan kana hojjadhaa jedhee karoorfata.Namuu waan ummataa isaatii tahee ufii waadaa galu qaba.
Sheek Kaalid Mohaammad Masjida DC jirutti Imaama,akka Sheek Kaliiditti
amantiin Islaamaa teenna amantiin teenna amatnii nagaati.
“Amantiin teenna amanti nagaati.Akka nama markaba tokko waliin kireeffatee waliin deemuu nu hundinuu ‘alama’ tana nagaa isii eegnee tajaajiluu qamna.Oromoollee tahee ka hin tahin ..namu ilma namaa waan taheef namummaa isaatiin kabajuu qamna..tokkichuma ilma namaa kabajuu qamna.”
Solomoon Yohaannis Awaasaa jraataa innillee waan bara haaraa kanatti ummataa hojjachuu fedhe qaba.
“Yoo fedhii waaqaa taate ganna haaraa kana waan addaa addaa ummataa hojjachuu fedha;dubbii waaqaa barsiisuuf mana waldeennaa,mana amantii kiristaanaa,aanaa Miyootti jaaran eebbisuu,ijoollee dhibba tokkootii hosteelii jaaruu fi kitaaba qulqulloo kakuu moofaa jecha afaan Booranaatti deebisuuf qophii qamna.”
Artsiti Hayiluu Kitaabaalleen warra ummataa bu’aa buusuuf qophoofne jedhe keessaa tokko.
“Yeroo hundumaa artistootii Oromoo fedhiin keenna,hawwiin keenya ummannii Oromoo tokko tahee wal bira dhaabatee waan duratti hawwaa ture akka argatu fedhiin teenna tana..kanaafuu tokkummaa,tokkummaa,tokkummaadhan labsaa umamtaa keenyaaf.”
Sheek Usmaan Syidilleen MNtti Imaama.”Baga rabbiin gammachuu waggaa haaraa tanaan nu gahee.Amantiin teenna garaagarummaa haa qabaattuu malee rabbiin waliin nu uumee. Wal haa qabannuu,ollaa keenna haa tohannuu,ka fayyaa dhabe bira haa dhaabannuu,ka qarqaarsa haajamullee haa bira dhaabannuu,waan gaarii tokkoo haa garsiifnuu.”
Dr.Asseggid Boggaalee barsiisaa Universty Tuskigii ta Alabaamaa jirtuuti.Namii akka ke kana asi dhufee barachuu fedhu maan tolchuu male maan gorsita jennaan.
“Wannii nama gorsu karaa hojii argatanii horiin argatan ilaaluu qofaa adoo hin tahini akka mataa gara barumsaa deebifatan gorsa.Yuniversitiin teena tun ta nama gurraachaati nama Afrikaa asi barachufu gaafatu hin jaalatanii…wannii guddaan interneetii irraa odeeffannoo yuniveristy tanaa ilaalanii asi barachuuf gaafachuu.”
Isan ammoo ummataa keessanii waan dansaa maan hojjachuuf waadaa galatan,ufii hoo?Me woma dansaa waadaa galtaniifuu milkhaa jennaa qophii teenna tanallee
www.voaafaanoromoo.com
irraa nuu caqasaa.
Mee tana ammoo caqasaa
Mee tana ammoo caqasaa
✖
▶
||
■
12:00:00
/
-:--:--
🔇
🔉
⎚
▶
Playlist
Download
This forum has been closed.
Comments
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730
Afaan Oromoo News 1730
Listen
Playlist
Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa
Wixata
Mp3
Kibxata
Mp3
Roobii
Mp3
Kamisa
Mp3
Jimaata
Mp3
Afaan Oromoo Audio Archives
Amharic and Tigrigna News
የአፍሪካ ኅብረት ሃምሣኛ ዓመት ኢዮቤልዩውን አከበረ
የአፍሪካ ሕብረት ልክ ሃምሣ ዓመት ሆነው
ኤርትራ ሃያኛ የነፃነት በዓሏን አከበረች
ውድብ ሕብረት ኣፍሪቃ ዳሓር ሕብረት ኣፍሪቃ እንታይ ፈፂሞም?
ንድምቀት ናጽነት ኤርትራ ዝብል ምርኢትን፡ ኣንጻር መንግስቲ ዝቐነዐ ሰልፊ ተቓወምትን
ፕረሲደንት ኢሳያስ ኣብ መደረ መበል 22 ዓመት ናጽነት ኤርትራ
More
Most Viewed
“Malaammaltummaan Itti qabata, Dhimmi Isaa Polotikaa Dha”
“Siyaasaaf Hidhaman, Shakkiin Jedhu Jiraachuu Mala. Garuu Dhara”
Milkaa’ina argachuun tattaaffii ofii gaafata deggersi maatii immoo daran barbaachisaa dha
Carraan Nu Eeggatu Du’a Qofa, Kan Biraa Hin Jiru.
Taphataa Kubbaa Miilaa Beekamaa Devid Beekamii fi Leenjisaa Aleksi Fergusen Tapha Dhiisuuf Labsan
Most Listened
Guutummaa gaaffii fi deebii Jorgoo fi harmee isaa armaan gaditti caqasaa
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730
Mee tana ammoo caqasaa