Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Obaamaan Itiyoophiyaa Seenan


Obama Visit in Ethiopia
Obama Visit in Ethiopia
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:29 0:00
Xurree marsariitii

Perezidaant Baaraak Obaamaa Dilbata Adooleessa 26,2015 Finfinnee seenanii jiru. Obaamaan eprezidaantii Amerikaa aangoo irra ituu jiranii Itiyoophiyaa daw'atan isaan jalqabaa ta'anii jiru.

Keniyaa keessa eega turanii booda Finfinnee kan seenan Obaamaan hanga Kibxata Adooleessa 28 bara 2015, jechuun guyyaa lamaaf Itiyoophiyaa keessa turu. Gabaasaa guutuu armaa gadiitti caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG