Wiixata, Guraandhalaa 08, 2016 Local time: 10:56

    Oduu

    Duula Na Filadhaa Amerikaa

    Jaallannee Gammadaa
    Lammiwwan Amerikaa har’a prezidaantii filachuuf sagalee kennaa jiran.Mata duree adda addaa irratti falmii kaadhimamtonni lameen gaggeessaa turan uummataaf yaada tokko kenna jedhame yaadama.Duula Filannoo kana kan ilaaleen gaaffii fi deebii profeesar Asaffaa Jaallataa waliin gaggeeffame armaa gadiitti dhaggefadhaa.

    Gaaffii fi Deebii
    Gaaffii fi Deebiii
    || 0:00:00
    ...    
     
    X
    This forum has been closed.
    Comments
         
    Kana keessatti yaadi kenname hin jiru. Yaada kennuun ka duraa ta’i.