Dilbata, Guraandhalaa 14, 2016 Local time: 11:02

    Oduu

    Lammiiwwan Ameerikaa Hidda Dhalata Oromoo Prezidaantii Filachuuf Sagalee Kennan

    x
    VOA
    Ameerikaa kutaalee keessa kanneen jiraatan lammiiwan hidda dhalata Oromoo prezidantii Ameerikaa isa itti aanu filachuuf jecha har'a ba'anii sagalee kennanii jiran.

    Kanneen nuti haasofsiisne irra hedduun isaanii Prezidaant Baaraak Obaamaa deebisanii kan filatan ta'uu yoo ibsan kanneen Republikaanticha bulchaa kutaa Maasaachuseets

    Qophii filannoo addaa dhaga'aa
    Qophii filannoo addaa dhaga'aai
    || 0:00:00
    ...    
     
    X
    This forum has been closed.
    Comments
         
    Kana keessatti yaadi kenname hin jiru. Yaada kennuun ka duraa ta’i.