PREZIDAANT BAARAAK OBBAAMAAN IRRA DEEBI'UUN FILATAMAN
Filannoo keessatti electoral college jedhamanii kanneen beekamaniif kutaalee hundumaa irraa sagalee walitti qabaman kan filannoo presidentii murteessaa walitti qabameen Raamniin sagalee 203 yoo argatan Obaman iimmoo sagalee 303 argachuun injifachuu isaanii ragaan VOA beeksisee jira.
WASHINGTON DC —
Prezidaant Baraak Obamaa fi maatii isaaniix
Prezidaant Baraak Obamaa fi maatii isaanii
Injifannoo prezidaantummaa booda haasaa Baaraak Obaamaa
Haasaa Miit Raamnii Injifatamuu booda dhageessisan
Sagalee Bakka bu'uummaa /electoral vote/ kan kaadhimamtoota lamaan argatan
OBAAMAA 303
RAAMNII 206
Kutaalee Prezidaant Obamaan injifatan
Verjiiniyaa, Navaadaa, Koloraadoo, Origan, Ohaayoo, Hawaayii, Washington Siyaatil, Kaalifoorniyaa, Wiskaansen, Minnesootaa, Penselvaaniyaa, Michigaan, New York, New Jersey, Vermoont
Illinois, Kenetiikeet, Maine, Washington DC, Delaware, Roode Aaylaand, Meeriilaand
Maasaachuseetis
Kutaalee Raamniin injifatan
Mizuurii, Idaahoo, North Carolaayinaa, Montana, Arizoonaa,Yutaa
Mississiippii, Nebraaskaa, Wyomiing, Kaansaas, Lousiana, Saouth Daakotaa, Teexaas, Noorth Daakotaa, Kentucky, West Virginia, Indiana
South Caarolaayinaa, Oklahoomaa, Joorjiyaa, Teenesii, Alabamaa, Arkansaas
Maatii Miniyaapoolis filatamuu Obaamaaf gammachuu isaanii ibsanx
Maatii Miniyaapoolis filatamuu Obaamaaf gammachuu isaanii ibsan
Maatii miniyaapolis