Kamisa, Ebla 24, 2014 Local time: 18:41

Oduu / 2012 US Election

Obamaan Gurraacha waan ta’an Qofaaf hin filamne

TEXT SIZE - +
Jaallannee Gammadaa
— Sagalee kaadhimamtonni paartilee lameen argatan baayyee walitti dhiyeenya kan qabaatu ta’a jechuun sabaa himaaleen adda addaa tilmaama turan.
 
Injifachuu prezidaant Obaamaa keessatti Sagalee Dubartootaa kan dargaggotaa fi sab-xiqqaaleen kennan hegereen Amerikaa boqonnaa haaraa keessa galuu isaaf ragaa tokko jedhu Dr.Isqeel Gabbisaa yunivarsitii keetriing irraa.
 
Kanaaf jecha warri Riipaablikaanii olaantummaan gam tokko qofaan eessa iyyu ga’u akka hin dandeenye kan hubatan fakkaata jedhu.
 
Gutummaa Gaaffii fi deebii kanaa armaa gaditti caqasaa.
Gutummaa Gaaffii fi deebii kanaa armaa gaditti caqasaa.i
|| 0:00:00
...
 
🔇
X
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one