VOA
Sites by Language
Top Stories:
VOA Afaan Oromo
VOA Oromo
VOA Afaan Oromoo Oduu
VOA Afan Oromo
English Worldwide
English
voanews.com
Learning English
learningenglish.voanews.com
Eastern & Central Europe
Shqip
Zeriamerikes.com
Bosanski
vijestiglasaamerike.com
Ελληνικά
gr.voanews.com
Македонски
mk.voanews.com
Srpski
glasamerike.net
Українська
chastime.com
Eurasia
Հայերեն
amerikayidzayn.com
Azerbaijani
amerikaninsesi.org
ქართული
amerikiskhma.com
Русский
golos-ameriki.ru
Central Asia
O‘zbek
amerikaovozi.com
East & Southeast Asia
Burmese
burmese.voanews.com
粵語
voacantonese.com
中文
voachinese.com
Bahasa Indonesia
voaindonesia.com
ខ្មែរ
khmer.voanews.com
Khmer
voacambodia.com
한국어
voakorea.com
ລາວ
lao.voanews.com
ไทย
voathai.com
བོད་ཡིག
voatibetan.com
Tibetan
voatibetanenglish.com
Tiếng Việt
voatiengviet.com
South Asia
বাংলা
voabangla.com
دری
darivoa.com
پښتو
pashtovoa.com
وی او اې ډيوه ريډیو
voadeewaradio.com
اردو
urduvoa.com
Africa
Afaan Oromoo
voaafaanoromoo.com
አማርኛ
amharic.voanews.com
Français
lavoixdelamerique.com
Hausa
voahausa.com
Kinyarwanda
radiyoyacuvoa.com
Kirundi
radiyoyacuvoa.com
Ndebele
voandebele.com
Português
voaportugues.com
Shona
voashona.com
Soomaaliga
voasomali.com
Kiswahili
voaswahili.com
ትግርኛ
tigrigna.voanews.com
Zimbabwe
voazimbabwe.com
Middle East / North Africa
فارسی
ir.voanews.com
كوردی
dengiamerika.com
Kurdi
dengeamerika.com
Türkçe
amerikaninsesi.com
Latin America
Creole
voanouvel.com
Español
voanoticias.com
VOA
Log in
Sign up
Log out
Oduu
Oromiyaa
Afrikaa
Addunyaa
Sagantaalee
Ameerikaa fi Uummata Ishee
Dirree Dimookiraasii
Ispoorti
Ka Dhageenyee fi Dubbisne irraa
Misooma
Qophii Addaa
Qophi Fayyaa
Waa’ee Uummata Oromoo
Jimaata, Caamsaa 23, 2013 Local time: 09:43
Audio
Multimedia
VOA Afaan Oromoo
VOA Amharic
VOA Tigrigna
VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee
Oduu
/
Qophii Fayyaa
Dhukkuboota Beekamoo Afrikaa Keessaa
Print
Yaada
Hirmaadhu
x
Tweet
TEXT SIZE
-
+
VOA
19.10.2012
WASHINGTON, DC
— Lakkobsii namoota dhukkuba Sombaan qabaman bara 2011 gad cabuu isaa jaarmayaan fayyaa addunyaa gabaasee jira. Garu lakkofsii namoota dhukkuba kanaan du’aa jiranii isa duraan ture wajjin wal fakkataa ta’uu hubachise.
Dhukkuba Sombaa ittisuuf akkasumas kanneen dhukkuba kanaan qabaman wal’ananii kunuunsuuf carraaqqii hawaasni addunyaa godhe lubbuu nama miliyoona 20 du’a irraa oolchuu danda’ee jira.Lakkofsi namoota dhukkuba Sombaan du’anii isa bara 1990 ture irra harka 40..n gad cabe.
Garuu erga dhiyeenya kanaa as lakkofsi kun gad cabuu hin dandeenye kan jedhu jaaramayaan fayyaa addunyaa kun immoo daraan dhukkubi kun akka faca’u karaa saaqe jedhe.
Gama biraan baatilee dhufan 3 keessatti dargaggonni fi shamarran biyyoota Afrikaa 7 keessa jiraatan talaalii farra dhukkuba morma gogsaa ykn meniinjaaytis jedhamu argachuuf jiru. Dhukkuba kana dhabamsiisuuf kan gargaaru Talaaliin marsaa duraa waggaa 2 dura jechuun bara 2010 Burkinafaasoo keessatti kenname.
Uummata miliyoona 12 ta’uutu talaalii kana argate. Angowonni tajaajila eegumsa fayyaa akka jedhanti duula kana booda dhukkubi kun Burkinaafaasoo keessatti argamuun isaa hin gabaasamin jira.
Dullii talaalii inni marsaa ammaa baatii Onkololeessaa kaasee hamma baatii Muddeetti kan turu yoo ta’u kunis Beniin, Kameroon, Chaad, Gaanaa, Naayjeriyaa,Senegaal fi Suudaan keessatti kan kennamu ta’uun ibsameera.
Gabaasa Guutuu Armaa Gaditti Dhaggeffadhaa
Gabaasa Guutuu Armaa Gaditti Dhaggeffadhaa
✖
▶
||
■
12:00:00
/
-:--:--
🔇
🔉
⎚
▶
Playlist
Download
This forum has been closed.
Comments
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730
Afaan Oromoo News 1730
Listen
Playlist
Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa
Wixata
Mp3
Kibxata
Mp3
Roobii
Mp3
Kamisa
Mp3
Jimaata
Mp3
Afaan Oromoo Audio Archives
Amharic and Tigrigna News
ኣብ ዝሓለፉ ’20 ዓመታት እዋን ናፅነት ኤርትራ’ እንታይ ተፈፂሙ?
ኢትዮጵያ ኣብ ናይ ጁባላንድ ምርጫ ብሓለፋ እትድግፎ ሕፁይ የብላን ኢላ
ኣብ ከተማ ባህር ዳር ምስ ዝተፈፀመ ጭፍጨፋ 22 ኣባልት ፖልስ ኣብ ትሕቲ ቁፅፅር ውዒሎም
ዋናው ጤና ነው
በኤርትራ 10,000 የፐለቲካ እስረኞች ካለፍርድ እንደተያዙ አምነስቲ ገለጸ
ኢትዮጵያ በጋዜጦች
More
Most Viewed
VOA AFAAN OROMOO PROGRAM TUESDAY MAY 14 2013
“Malaammaltummaan Itti qabata, Dhimmi Isaa Polotikaa Dha”
Namii Adoo Dandeettii Qabu Ufi Keessatti Beekee Guddifatee, Doktora Dhiisi Waan Fedheeyyu Hinuma Tahaa jetti, Tiyyaa Diidolee
VOA AFAAN OROMOO PROGRAM MONDAY MAY 13 2013
“Siyaasaaf Hidhaman, Shakkiin Jedhu Jiraachuu Mala. Garuu Dhara”
Most Listened
sagantaa Wixata caamsaa 3 guutummaa isaa dhaggeeffadhaa
Afaan Oromoo News 1730
Guutummaa gaaffii fi deebii Jorgoo fi harmee isaa armaan gaditti caqasaa
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730