Xurree ittiin seenan

Breaking News

Adunyaan Torban Kana Keessa Kana Fakkaatti 25/03/11

Namoota tessuma lafaa adda addaa irra jiraatan tu haala keessa jiran garaa garaa irra ka’uun oduu maddisiisee oduu adunyaaf gumaacha. Sagantaan VOA kan Naannoo Gaanfa Afrikaas suraalee haala kana calaqqisan isin afeera. Jijjirama torban torbaniin mul'atu kan gabaastoota Raadiyoo Sagalee Amerikaatiin dhihaatu kana ilaalaa ittiin bohaaraa.


Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG