Xurree ittiin seenan

Breaking News

Forum Rules

Qajeelfamoota Hirmaannaa Waltajjii

Waltajjiilee fi mariilee keenyatti hirmaannaa keessan ni simanna. Tahus, qajeelfamoota haga xiqqoo akka hordoftan isin gaafanna:

  1. Yaada ibsannaa keessan hin daangessinu, qabiyyee maqa xureessaa, qaanessaa, safuu-dhablee, arrabsoo, kan lola kaasu, ka quunnamtii-saalaa toosiu, ka sodaachisaa, ka doorsisaa yokaan immoo haasawa jibbinsaa yokaan seera-dhablee hin simannu. Aboo hoji-geggeessaatiin keessaa haqna.
  2. Mariileen kun dhaadhessa yokaan beeksisa daldalaaf kan oolfaman miti.
  3. Qabiyyeelee seera abbummaa (copyright) yokaan mallattoo daldalaa (tademark) cabsan beekaa hin maxxansinaa.
  4. Yaadi fudhannu inni duraa Afaan Oromootiini.

Hojjetoonni Raadiyoo Sagalee Ameerikaa yokaan bakka-bu’aan aboon kennameef wanni isin maxxansitan marsariitii irratti bahuu dura ilaalanii murteessu.

XS
SM
MD
LG