Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daawwannaa Obaamaa Itiyoophiyaatti

Daawwannaa Obaamaan Adoolessa 27-28tti Itiyoophiyaatti geggeessan

VOA sagantaan Afaan Oromoo imala prezidaant Obaamaan Adoolessa 27 fi 28 Itiyoophiyaatti geggeessan ilaalchisuun gabaasa addaa dhiyeessa. Prezidaant Obamaan Finfinnee ennaa seenan muummicha ministeeraa Haayilemaariyaam Dessaaleny waliin illee wal arguuf jiru. Dhimmootii Imaammataa fi kan biyyoota lamaanii jechuun kan Itiyoophiyaa fi Ameerikaa akkasumas ka gamtaa AFriikaa fi duula shororkeessummaa irratti geggeessamu ilaalchisees ni mari’atu.

Miidiyaa Hawaasummaa

XS
SM
MD
LG