Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mala Adda Addaa Ittiin Dhageessan

Mala Adda Addaa Ittiin Dhageessan

Dhaggeeffatoota keenyaa, marsariitiin yokaan teessoon marsaa interneettii keenyaa, voaafaanoromoo.com dha. Yoo kun sin dide, sinbirtuu.com jedhaa nu barbaadaa. Achii booda fuula haaraa tu mul’ata. Dhuma fuula sanaa irraa, kan afaan Ingiliziitiin “USE PSIPHON” jedhu tuqaa. Inni gara marsaa keenyaatti isin geessa.

XS
SM
MD
LG