Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muuda Pirezdaantii Ameerikaa Bara 2017

Sirni muuda prezdaantii Yunaaytid Isteets Jimaata, Amajjii 20 geggeeffama. Sirnii kakuu abbaa Seeraa Mana Murtii ol'aanaatiin guyyaa walakkaatti erga geggeeffamee booda Doonaald J. Traapi fi Maaykil R. Peens angoo fudhatan. Sirna kakuu booda magaala Waashingitan Diisii fi naannoo ishiitti qophii fi sagantaawwaan adda addaatuu godhama

XS
SM
MD
LG