Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bubbee Hamaan Kutaalee Ameerikaa Andaara galaana gama bahaa jiran raasaa jria


Tilmaamni haala qilleensaa akka mul'isutti naannoleen US andaara galaana gama bahaa jiran keessatti haalli qilleensaa hammaataa adeeme.

Roobi yandoon qilleensa hamaa makatee roobe kun naannoolee biyyattii uummanni hedduun keessa jiratan dha'uuf jira. Bubbee hamaan maqaa Saandii jedhamuun beekamtu kun gara andaara galaanaatti bubbisaa kan jirtu si'a ta'u bebbeewwan ka biroo lama waliin walitti makamtee ti. Balaa bubbee kanaan uummata miliyoona 60 ta'an dhibeen adda addaa mudachuu mala.

Kanneen haala qilleensaa tilmaaman akka jedhanitti bubbeen kun andaara Verjiniaa tii qabee hanga masaachuseesitti deemuu mala.

Bubbeen kun magaalaalee gurguddoo kan akka Washington, Philadelphia fi New York keessa kanneen jiran manneen brnootaa fi tajaajilli geejjibaa akka cufaman dirqiseese.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG