Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaan Boombii Boston lubbuu Galaafate Atleetonni Itiyoopiyaa Nagaan deebi’an


Dho’iinsa Boombii kaleessa magaalaa Boston bakka maratooniin itti geggeessamaa turetti dho’een mucaa dhiiraa umuriin waggaa saddeetii dabalatee namoonni sadii yoo du’an kanneen 100 ta’an immoo madaa’uun isaanii beekamee jira.

President barack Obamanis tuuta oduuf ibsa kennaniin sukaneessaa dha jedhan. Haa ta’u malee balaa kana eenyu akka raawwatee fi maaliif akka ta’e adda hin baafanne jedhan.
FBI irraa Rick DesLauriers akka jedhanitti angawoonni kanneen itti yakka hamaa kanaaf itti gaafatamoo ta’an adda baafachuuf hamma andaara lafaatti ni adeemu jedhan. gabaasaalee ergaman Jalanetu dhiyeessa.

Haleellaa Boston Ilaalchisuun gabaasa qindaa'e dhaga'a
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:11 0:00
Xurree marsariitii

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG