Xurree ittiin seenan

Breaking News

TESFAAHUUN CAMADAA: Du'a Wal Falmisiisaa kutaa 1ffaa


Kan yakka shorokeessummaatiin himannaa irratti dhiyaateen hidhaan umurii guutuu irratti muramee ture Injiner Tesfaahuun Camadaa Gurmeessaa waggoota torbaaf erga hidhaa keessa turanii booda achumatti du'aan boqochuu isaanii maatii fi firoonni isaanii beeksisanii jiraan.
Engineer Tesfahun Chemeda
Engineer Tesfahun Chemeda

Akka hiriyoonni isaanii ragaa poolisiin kenne argine jedhanitti Injiner Tesfaahuun Jimaata darbre Hagaya 23 bara 2013 gara walakkeessa halkanii du'an.


please wait

No media source currently available

0:00 0:05:51 0:00
Xurree marsariitii

Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG