WASHINGTON, DC —
Muuziqaan Oromoo waggaa dhaa waggaatti akka guddataa jiru qindaa’ina walleelee ba’anii fi wallistoota haaraa mumul’ataa jiran irraa hubachuun nama hin dhibu.
Inumaa, wallistoonni yokaan sirbitoonni hagi tokko immoo walleelee aadaa naannoolee Oromiyaa adda addaatti dur wallisamanii fi gara irraanfatamuutti deemaa turan qoratanii gad-baasuudhaan, muuziqaa aadaa yokaan ammayyaan qindeessanii dhiheessaa jiran.
Kanneen muuziqaa biyyoota alaa fi sirboota Oromoo walitti-fidanii wal hubachiisan illee ni jiran. Wallistoota akkasii keessaa tokko ka yeroo ammaa Kaalgaarii Kaanaadss keessa jiraattu – Artist SAALIHAA SAAMII tokko.