Xurree ittiin seenan

Breaking News

Seenaa Afaanii fi aadaa ofii guddisuun of kennuu gaafata


Dargaggoon umurii waggaa 28 oguma addaa addaa qabuu fi oguma uumaan na badhaase jedhu kanaan immoo uummata koo gargaaruu aadaa koos dagaagsuu fi beeksisuun fedha jedha.

Beenyaa Dhaabaa jedhama. Yeroo ammaa kitaabota lama barreessuu dhaan maxxansiisuuf qophee irra jira.

Barnoota seeraan degeree kan qabu si’a ta’u Kan inni irratti bobba’ee jiru garuu hojii aartii ti. Fiilmiiwwan ofii isaa barreesse irratti taatoo ta’uu fi daayrektera ta’uun hojjechuu isaa illee dubbata Beenyaan.

Diraamaa dheeraa fi gabaabaa Televiziyoona irratti mul’atu barreessuu fi ofii isaaf taatoo ta’ee irratti hirmaachuu isaa kan ibse artist Beenyaan walaloo sirbaa barreessuun sagaleen illee kan weellisu ta’uu ibsee jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:09:27 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG