WASHINGTON, DC —
Magaalaa galma mootummaa Somaaliyaa Mooqdishoo keessatti adda addummaa sa’atii diigdamii afuriin miseensoonni biyyatti lama ajjefamanii jiru.Al Shabaab maagaalaalee to’ataa ture keessaa kudhan humnootiin gamtaa Afrikaa ykn AMIISOOM eega to’atee booda gareen hidhatoota Al-Shabaab muddama jala jira.
AMIISOOM gama isaan kannee badii kana dhaqqaban seera duratti dhiyeessuuf humnootii nagaa eegsisan kan Somaaliyaa wajjin kan hojjatu ta’u dhaadatee jira.
AMIISOOM gama isaan kannee badii kana dhaqqaban seera duratti dhiyeessuuf humnootii nagaa eegsisan kan Somaaliyaa wajjin kan hojjatu ta’u dhaadatee jira.