FINFINNEE —
Komishinarri koomiishina Naamusaa fi farra kachachalaa ka Federaalaa obbo Alii Suleemaan har'a bajeta waggaa mana hojii isaanii ka bara 2006 keessatti sagantaa hojii raawachiisa karooraa ka baatii kudhanii mana maree bakka bu'ootaaf ennaa dhiheessanitti koomiishinichi hojii itti kenname toorawwan adda addaatti qooddachuu dhaan yeroo itti kennametti raawwachuu yaaluu isaa dubbatan.
Toorawwan kana keessaa tokko ka tahe qorannaa geggeessa hojii jalatti malaammaltummaa fi hojii balleessaa qabu ittisuu hojii malaammaltummaa qorachuu fhi himachuu kanneen jedhaman ilaalchisee hojiiwwan hojjetan jfakkeenya tokko tokko kaasuu ddhaan paarlaamaaf ibsanii jiran.
Bulchiinsa lafaa keessatti hojii seeraa alaa raawwatame dursuu dhaan ibsa kennan. Akka ibsa isaaniitti lafti mootummaa seeraa ala akka qaberenyaa dhuunfaatti namootaan qabatamee jiru tilmaamaan qarshii miliyoona dhibba lamaa fi miliyoona sadii, kuma dhibba shanii fi kuma afurtamii sagalii fi dhibba tokkoo fi afrautamii afuri jedhu angawoonni.