Xurree ittiin seenan

Breaking News

Liibiyaan paarlaamaa Haaraa Filachuutti Jirti


Lllbiyaan filannootti jirti
Lllbiyaan filannootti jirti
Lllbiyaan filannootti jirti
Lllbiyaan filannootti jirti

Biyyiti tun eegii perzdaantiin isaani ka durii Mohaammad Gadaafi bara 2011 hujii irraa buusanii mootummaa isaallee gara galchee asitti nagaan miila gadi dhaabattee hin beettu.

Paarlaamaan biyya tanaa bara 2012 keessa fialtan hujii irraa eegan hin hojjanne jedhani ammallee Paarlaamaa nama 200 itti filatan kanaaf nama 1,600 dorgomuutti jira. Parlaamaa 200 kana keessaa barcumaa 32 dubartootaa kennan.

Filannoo hardha,Roobii jalqaban tana nama miliyoona 1 fi kuma 500tti galmaahe taatullee warrii Liibiyaa gama Bahaa laftinuu waraanaa namii bahee fialchuunn dhiba guddaa.

Waraanii biyya tanaa ka ganna sadiin duratti hadhuma hadhee Momaammad Gadaafii hujii irraa buuse ammallee mootummaan wal dhabee lafa gama tokkoon ufumaan bulchuutti jira.Liibyaan yoo hedduu waan akkanaatiin rakkatti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG