Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommii Fardoo Amerikaa, Kentucky Derby, Farda American Pharaoh Jedhanti Moo’e.


Ka Duraa American Pharaoho ka itti aane Firing Line jehdan
Ka Duraa American Pharaoho ka itti aane Firing Line jehdan

Amerikaan (USA) biyya farda kuma hedduu qabaachuun beekamtu.Zooniin MD biyya fardaa jedhamtee beekamti.

Fardoo qabaachuu qofaa mitii Amerikaan dorgommii fardoo hedduu qabaachuun beekamti.

Dorgommii Caamsaa 2,2015 kutaa Kentucky keessatti dorgoman ta fardoo fi teettoon fardaa 20 istaadiyoomi Louisville irra maraa karaa km2 wal dorgoman fardaa American Pharaoh jedhan kana nama Bobb Baffert jedhanitit leenjifametti moo’e.

Teettoon fardaa kanaa ammoo nama Meksikoo, Victor Espinozaatti moo’e. Abbaan Americna Pharaoh ammoo Ahmed Zayaatiiti,dhalootaan Masrii.Farda qoorti horsiisee leenjsiee dorgommii qopheessa.

Dorgommii Kentucky tana irrattuu fardoo sadii dorgommii dhiyeeffate.

Frdii dorgommii Kentucky Derby moo’e dorgommii Preakness Stake fi Belmont Stakes jedhanii dorgoma.Fardoon tuttun fardoo Amerikaan dorgommii olompikiiti qopheeffattu keessaa tokko.

Dorgommiin baranaa 2015 tun 141essoo abbaan dorgommii tana moo'e doolara kuma dhibba hedduu badhaafama.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG