Xurree ittiin seenan

Breaking News

Viidiyoon wallee aadaa Oromoo haaraan Waxabajj9ii 5, bara 2015 irraa jalqabee YouuTube


Haacaaluu Hundeessaa
Haacaaluu Hundeessaa

Walleen aadaa Oromoo haaraan Waxabajjii 5, bara 2015 irraa jalqabee YouTube fi adda addaatiin daawwattotaa dhaqqabe daawwattoota biratti hedduu jaallatame. “Maalan Jira” mata-dureen viidiyoo wallee kanaa, guyyota afur keessatti, YouTube irraa qofa namoota gara kuma shantamii sagalii tu daawwate. Ka Yunaayitid Isteetsiin daawwataa jiru - wallisaa wallee kanaa Haacaaluu Hundeessaa as Istuudiyoo Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti afeerree, Daarektaraa fi gulaalaa yokaan Ediitara Viidiyoo sanaa Amansiisaa Ifaa immoo telefoonaan Finfinnetti quunnamnee haasofsiisnee turre. Waa’ee wallee “Malan Jira” jedhu kanaa fi viidiyoo ogummaa qaaccinaa qabuun hojjetame ilaalchisee Namoo tu lameen walitti fiduun marii geggeesse.

please wait

No media source currently available

0:00 0:17:44 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG