Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti aanaa Perezdaantii DRC ka duriitii Piiyer Bembaa fi miilota isaa balleessaa dhibiin mana murtii addunyaa ,ICC-tti himachuutti jiran


Piiyer Bembaatti waan himataniin Mana Murtii Addunyaa Netherlandsitti caqafachuutti jira. Fulbaana 29, 2015.
Piiyer Bembaatti waan himataniin Mana Murtii Addunyaa Netherlandsitti caqafachuutti jira. Fulbaana 29, 2015.

Itti aanaa perezdaanti DRC ka durii Jean Piere Bembaa fi miilota isaa afran balleessaa hedudun himatan.

Waan Perzedaanti Bembaan himatan gadi bahu dhawwuun waan himataniin keessaa tokko.

Jara isa waliin himate keessaa tokko naqaashii isaa ka durii Amilee Kololo.

Akka abbaan alangaa addaa jedhuttti jarii kun dubbii Bembaa tana adoo isiin garuu hin fagaannee beellalmu qaraa irratti hambisuuf malate.

Akka abbaan alagnaa addaa ICC Fatou Bensouda jettutti rgaa guddaatti jira.
"Warri himatame kun naqaashii horiin sossobee akka jarii dhara dubbatu akkamitti tolchaa akak bahe agarsiifna.”

Warrii himatame shananuu waan himataemeen kana ya mormate.Itti aanaa Perzedanati DRC ka durii Jean Piyer Bembaa ilmaan namaa lfa irraa ficcisiise jedhanii waanguddoon himatan. Amma murtii qofa caqafachuuti jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG