Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koreen FIFA Perz. isaanii Bilaaterii fi itti aanaa isaa Pilaatiinii guyyaa 90f hujii irraa dhaabde


SEPP Blatter
SEPP Blatter

Koreen to’annaa kun hoogganoota FIIFAA ol’aanoo kana irratti tarkaanfii fudhachuun --- eega abbootiin-alangaa SWITZERLAND – Himannaa yakkaa, ka BALATTER --- bara 2011, PLAATINII-f kaffaltii Miliyoona lamaa baasuu of keessaa qabu dhiheessanii, torban lamaa booda ta’uu isaa ti.

BLATTER – karaa kamiin iyyuu, jaarmayaa kana bakka-bu’uu hin danda’an jedha – FIIFAA-n.

Itti-aanaa Prezidaantiin FIIFAA fi Prezidaantii Kubbaa Miillaa FIIFAA ka ta’an – Lammiin Kaameruun ISSAA HAYAATUU, Prezidaantii FIIFAA ka yeroofii ta’uun akka tajaajijan filatamanii jiran.

ISSA Hayaatuu
ISSA Hayaatuu

Isaa Hayaatuu filatamuun --- eega Koomishinni to’annoo FiiFAA ---Prezidaantii Federeeshinichaa – SEP BILAATER fi bakka isaanii bu’u – jedhamanii kan eegamaa turan – MISHEEL PILAATIINII, baatiilee sadi’iif hojii irraa dhaabuu isaa beeksisee booda.

Isaa Hayaatuu jaarsa ganna 69 bara 1992 jalqabee itti gaafata mtoota FIFA gugurdoo keessaa tokko. Hayaatuun perzdaantii Federeshiini Kubbaa Miilaa Afrikaa(CAF)tahuun hojjachaa jira.

Bulchoota FIFA balleessaa 14 himachaa turan

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG