Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromoonni Hiriira Nagaa Gaggeessan


Mgaalaa Nureemburg kan Jarmanii keessa Oromoonni jiraatan har’a paarlaamaa magaalatti fulleetti hiriiranii jiru. Kaayyoon hiriira kanaa Maaastar Plaaniin magaalaa Finfinneef ba’e hojii irra hin ooliin akkasumas barattoota Oromoo Univasitiwwan adda addaa keessatti ajjesuun haa dhaabatu jechuun iyyachuuf akka ta’e koree qindeessituu hiriira kanaa keessaa tokko kana ta’an Obbo Dastaa Kabbadaa Bultee ibsanii jiru.

Iyyannoo isaanii kanas barreeffamaan paarlaamaatti dhiyeeffachuu isaanii fi gara fuula duraatti deebii kan kennan ta’uun nu ibsameera jedhu. Hiriirri wal fakkaataan torban dhufu Barliniin dabalatee magaaloota adda addaa keessatti gaggeeffamuuf kan jiru ta’uun ibsameera.

please wait

No media source currently available

0:00 0:01:58 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG