Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kiristaanii Addunyaa Dhaloota Yessoo Kiristoo(Christmas) Ulfeeffachaa oole


Kiristaana Paakistaanitti waaqa ufii kadhatee mana amantiitii bahuutti jira.Islamabad, Pakistan, Muddee. 25, 2015.
Kiristaana Paakistaanitti waaqa ufii kadhatee mana amantiitii bahuutti jira.Islamabad, Pakistan, Muddee. 25, 2015.
Gabaasa Guutuu
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:39 0:00
Xurree marsariitii

Christmas,guyyaa Kiristaanii dhaloota Yessoo Kiristoo itti ulfeeffatu.Kaan mana amantii ufiitit kaan ammoo mana ufiitti yaahee firaa fi fiixaan qophii tana ulfeeffatu.Keessumattuu lafa Yessoo Kiristoon itti dhalate Israahel, Beetliheemitti nama kuma hedduutti bahee dhaloota kana ulfeeffate.

Itti gaafataman amantii Kaatolikii Roomaa, Pope Francis hawaasii wal dhabee garaan garagar bahe,guyyaa kana walti araaramu melee jedhe nama kuma hedduu Vaatikaan naannoo St.Piiteritit walti dhufetti hime.

Itti gaafatamaan kun ergaa afaan Laatiniin Urbi et Orbi,Roomaa fi Addunyaaf jettuun akka laftii waraana qabdu cuftii nagaa qabaattu labse.

Keessumattuu lafa Yessoo Kiristoon itti dhalate Israahel,Beetliheem keessatti nama kuma hedduutti bahee dhaloota kana ulfeeffate.Beteliheem,lafa Yessoon itti dhalate naannoo Manger Square keessatti ganna dabre Israahelii fi Paalistaayin irratti wal dhababanillee hardha qophiin tun nagumaan dhumatte.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG