Baaraak Obaamaan Kuubaa Dawwachaa Jira. Pireezdaanin Yunaaytid Isteets Kuubaa dawaachuu dha, oggaa 90 keessaatti Obaamaan han duraatti.
Pireezdaanin Yunaaytid Isteets Baaraak Obaamaan Kuubaa Dawwachaa Jira.
![Obaamaan namoota buufata xiyyaaratti isa simmatan yeroo dubbisu, Havaanaa, Kuubaa, Bitooteessa 20,2016](https://gdb.voanews.com/752a9718-cb57-42fc-8ac1-57c5f726ae5f_w1024_q10_s.jpg)
1
Obaamaan namoota buufata xiyyaaratti isa simmatan yeroo dubbisu, Havaanaa, Kuubaa, Bitooteessa 20,2016
![Pireezdant Obaamaa fi Pireezdaantii Kuubaa Raawul Kaastiroo, masaraa mootummaa Kuubaa, keessatti. Bitooteessa 21, 2016 Havaanaa, Kuubaa (VOA)](https://gdb.voanews.com/b43f4b10-8276-4bcd-8c24-2688858bc0fb_w1024_q10_s.jpg)
2
Pireezdant Obaamaa fi Pireezdaantii Kuubaa Raawul Kaastiroo, masaraa mootummaa Kuubaa, keessatti. Bitooteessa 21, 2016 Havaanaa, Kuubaa (VOA)
![Pireezdantin Yunaaytid Isteets Baaraak Obaamaa Kuubaa dawwachaa jira. (VOA)](https://gdb.voanews.com/5418b38f-dfe2-4c88-a09a-1664ecb2d932_w1024_q10_s.jpg)
3
Pireezdantin Yunaaytid Isteets Baaraak Obaamaa Kuubaa dawwachaa jira. (VOA)
![Ijooleen Kuubaa pireezdant Baaraak Obaamaan yeroo darbu arguudhaa foodda irraa dhabbatanii. (VOA)](https://gdb.voanews.com/91231934-60f5-4dc0-bbb9-b9f5c52ef9c0_w1024_q10_s.jpg)
4
Ijooleen Kuubaa pireezdant Baaraak Obaamaan yeroo darbu arguudhaa foodda irraa dhabbatanii. (VOA)