Xurree ittiin seenan

Breaking News

To'annaa Toora Interneetii fi kaffaltii Haaraa Telekoominikeeshinii Itoophiyaa


Feesbuukin WhatsApp oggaa lama dura biliyoonii kudha sagaliin bite.
Feesbuukin WhatsApp oggaa lama dura biliyoonii kudha sagaliin bite.

Dhaabbanni telekoominikeeshinii Itoophiyaa (Ethio telecom) teknooloojii quunnamtii telefoonaa fi interneetii ittiin to’atanii fi gatii baasisan haarawa biyya galchuu isaa beeksisee jira.

Hojiraawachiisaa ol’aanaan Etho Telecom- Obbo Andualem Admaasee
Hojiraawachiisaa ol’aanaan Etho Telecom- Obbo Andualem Admaasee

“Tekinooloojiin kun hojjetoonni telekoomii biyya kami iyyuu kan itti gargaaramani” ka jedhan – Hojiraawachiisaa ol’aanaan Ethi Telecom- Obbo Andualem Admaasee, tekinooloojiin kun tajaajilawwan telekoomii fi interneetii addaa uummata dhaqqabsiisuuf akka gargaaru ibsan.

Akkasumas, tajaajilawwan interneetii “Over The Talk” yokaan OTT jedhaman, kanneen Viber, Wichat, Whatsapp jedhamanitti enna namoonni gargaaraman, akka barbaachisummaa isaatti, gatii baasiisa

To'anna Toora Interneetii fi kaffaltii Haaraa Telekoominikeeshinii Itoophiyaa Irraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:00 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG