Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormii Yunaaytid Isteets Godina Noorzi Kaaloraayinaa Guyyaa Lammataa Qabate Irratti Namni Tokko Ajjeefame

Mormiinii fi jeequmsi magaala Chaarlootee kun guyyaa lammaffaa qabateera. Sababni itti ka'e Kibxata darbe lammiin Ameerikaa guraachi tokko qehuma jiraatutti poolisiidhan itti dhukaafamee du'uu isaati. Poolisiin magaalitti namichichii qawwee harkaa qaba ture haa jedhu malee maatiini fi ollaan namichaa ajjeefamee namichi lubbuun isaa badee kun yeroo itti dhukaafametti kitaabaa malee qawwee qabatee hin ture jedhan. Ameerikaa keessatti lammiin guraachii poolisiidhan ajjeefamuun fi mormiiwwaan magaala adda adda keessatti ta'uun kun han duraatii miti.

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG