Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ilhaan Omaar; Seenaa Yunaayid Isteets Keessatti Seera Tumtuu Lammii Ameerikaa Hidda Dhalata Somaalee Han Duraa

Ilhaan Omaar, seera tumtuu lammii Ameerikaa hidda dhalata Somaalee han duraa ta'uudhan filannoo Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa godina Minisootaati geggeeffame mootee kaleessa sirna kakuu irratti hirmaachudhan gara hojiitti sentetti.

XS
SM
MD
LG