Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pirezidaanti Doonaldi Tiraampii fi mootiin Jordaan Abdullaa White House keessatti walti dhufanii waan hedduu irratti dubbatan


 Donald Trump (Mirga) jaartii isaa Melania Trump fi nugusa Jordan’s King Abdullah fi jaartii isaa Rania White House, DC keessatti Ebla 5, 2017.
Donald Trump (Mirga) jaartii isaa Melania Trump fi nugusa Jordan’s King Abdullah fi jaartii isaa Rania White House, DC keessatti Ebla 5, 2017.

Bulchootii tun rakkoolee Jiddu-Gala Bahaa, rakkoo baqataa addunyaa, akka ISIS balleessaniin, kemiklaala waranaa Siiriyaan ummata isiitiin fixxee fi waan hedduu irratti wal dubbatan.

Jarii kun haga guddaan Siiriyaa ummata isii kemikaala waranaatiin fixxe himachuutti jiranii fi rakkoo Israahelii fi Paalestaayin irratti dubbate.

Doonaldi Tiraampi akka Siiriyaan ummata isii haawwanii fi ijoollee dabalee nama hedduu kemikaala waraanaatiin fixuun waan itti callisani miti.ISIS hin balleessinaa jedhee waada agale Tiraampi.

Hariyummaan Ameikaa fi Joordaan akka jecha Tiraampitti waan akka malee jabaati.

Siiriyaan biyyitii kalee kemikaala waraanaatiin nama isii kurnyaA fixxe tun ollaa Joordaaniiti.Kemikaalii waraanaa mi’a waraanaa hamaa addunyaan akka namii waliin hin aane irratti walii galan.

Tiraampii fi nugusii Jordan Abdallaa hardha waliin marroo lama walti dhufanii wal dubbatan

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG