Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bokoo Haraam Shamarran Chibook Erga Butee Fudhatee Waggaa Sadii Guute


Bokoo Haraam Shamarran Chibook Erga Butee Fudhatee Waggaa Sadii Guute
Bokoo Haraam Shamarran Chibook Erga Butee Fudhatee Waggaa Sadii Guute

Naajeriyaa Kaaba bahaa keessaa shamarran 276 ganda Chibook jedhamtu keessaa erga butamanii booda hangi tokko jalaa miliqanii warratti deebi’an. Kaan immoo walii galtee tolfameen gadhiifaman.Irra jireessi garu amma iyyu harka Bokoo Haraam Ajiru.Prezidaantiin Naayjeritaa Mahmuud Buhaarii akka jedhanti shamarran hafan gadhisisuuf mariin itti fufee jira.

Garu maatiin shamarran eessa buteen isaanii dhabamee mootummaan mariitti jirra jechuun kun waan haaraa miti jedhu.Gaaf tokko hinuma galuu jechuun abdiin guyyaa sana eegaa jiru.

XS
SM
MD
LG