Xurree ittiin seenan

Breaking News

Seneterootii Amerikaa lama Itoophiyaatti imlatu dhaqanii muummee ministera Itoophiyaatiin wal dubbatanii galan


Embaasii Amerikaa Finfinnee
Embaasii Amerikaa Finfinnee

Jarii imlatuu guyyaa lamaa dhaqee gale kun lamaan James Inhofe paartii Rippaabilikaan godina Oklahoomaatii filatame. Kaan ammoo Senator Mike Enzi.Innnilleen paartii Rippaabilikaaniitii godina Wyomg keessaa filame.

Akka embaasiin Amerikaa jedhutti jarii kun hariyummaa Amerikaa fi Itoophiyaan waliin qabdu irratti wal dubbate.

Amerikaan Itoophiyaa waliin nagaa naannoo eeguu fi gama dinagdeelleen Itoophiyaa waliin hojjachuuf ya murteeffatte jedhaa ibsii embaasiin Amerikaa kun.

Tana malee akka embaasiin kun jedhutti seneterootii tun waan biyyitii keessa jirtullee muummee minsiteraatiin ya wal dubbatan.

Muddamsuu jirtu furuuf ammoo fedhii guddoo qamana jedhan jedha embaasiin kun.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG