Xurree ittiin seenan

Amerikaan waan waraana isii abran Niijeritti fixe qorachuutti jirtii tanumaaf nama ufii achi ergattellee

  • Soraa Halakee

Waraana Amerikaatti Afirkaatti akkana waraana Naayjeriyaa leenjisa

Niijer biyya Afrikaa gama Dhihaatiin qubattu.Amerikaan biyya tana irraa milishoota Islaamummaa eeguuf waraana hedduu achitti qubsiifatte.Waraanii kun Maalii fi Niijer jidduu salfaa taa’ee lafa eega.

Waraanii kun dhiyoo tanallee adoo milishoota Islaamummaa biyya aate jedhan hadhuu yaa’uu jidduutti eegatani fixan.

Ollaa waraana kana keessatit fixan keessaa nama hedduu shakkiin qabanii hidhan.Waraanii Amerikaa ka adoo reebuu yaa’uu fixan kun warra lafa eegu ka miilota isaanii waraana Naayjeriyaa 20 waliin yaa’uu daarii Niijerii fi Maalii waliin qabdu eegu.

Jara reebuu yaa’utti jiru waraanii dhibiin karaatti eegatee jara nama 50 hadhee hedduu fixe.

Waraanii Amerikaa afuritti tanaan dhumate.Jarii waraana kana fixe kaan dhoqdhoqqeen kaan ammoo makiinaan dhufee nama hadhe.Amerikaalleen tanumaaf jettee warra dubbi tana qoratu achi ergate.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG