Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaadhimamaan prezidaantii Laaybeeriyaa Charles Teeleriin Deebisuu Akka Hin Feene Dubbatan


Filannoo prezidaantummaa irra deebii Laaybeeriyaa geggeessuuf jecha wiirtuleen filannoo banamuuf yeroon hangi tokko ennaa hafu, filannoon sun yeroo hin murtaa’iniif akka darbu manni murtii ol aanaan murteessee jira.

Kaadhimamaa kan ta’an George Weah prezidaantii duranii kan yakka waraanaan himataman Charles Taylot-n akka deebi’an barbaadu himannaa jedhu haalanii jiran.

Weah VOAf akka ibsanitti gabaasi Taylor akka deebi’an barbaadu jedhan olola jedhan.

Qorataan tokkummaa mootummootaa duraanii Alan White dhiyeenya VOAf akka ibsanitti Weahn yoo filataman Tayloriin Laaybeeriyaatti deebisuu fedhu jedhanii turan.

White namni tokko yakkamaa wraanaa Laaybeeriaa qofaaf utuu hin taane naannoo sana guutummaaf sodaa ta’e deebisee fiduuf yaala jechuun waan amanuun nama rakkisu jedhan. kan itti aanaa prezidaantummaaf Weah waliin dorgoman haadha warraa Taaylor duraanii Jewel Howard Taylor. Duula filannoo irratti mul’inatti abbaa warraa isaanii biyyatti deebisuuf yaaluun haa dhaabatu jechuun mul’inatti dubbataniiru jedhan Weah-n.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG