Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaan Qilleensa Irraan US Geggessite Loltoota Al-Shabaab Galaafate


(Faayilii)
(Faayilii)

Haleellaan qilleensa irraan US fi mootummaan somaaliyaa qindoominaan geggeessan loltoota al-Shabaab hedduu galaafachuu waaltaan ajajaa US kan Afriikaa keessaa ibsa har’a baaseen beeksisee jira.

Duulli sun kaleessa Moqaadishoo irraa fageenya Kiiloo Meetera 97 irratti geggeessame jedha ibsi waaltaa ajajaa sun.

Angawoonni Somaaliyaa akka jedhanitti duulli garee finxaaleyyii sana irratti geggeessamaa jiru duula bal’aa al-
Shabaab irratti geggeessamuuf daandii saaqa.

Prezidaantii biyyattii dabalatee hoogganoonni Somaaliyaa baatii darbe duula kanaaf qopheen godhamaa jiraachuu labsanii turan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG