Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koongiresiin Yunaayitd Isteets Bajata Mootummaa Dabarsuu Irratti Walii Galuu Dadhabe


Koongiresiin Yunaaytid Isteets bajata mootummaa ramaduuf murteerraa gahuuf guyyuma shan qofa qaba. Dhimmi carraa dargaggoota 800,00 eeyyama addaa ‘Deferred Action for Child Arrivals (DACA)’ jedhamuun biyya kana keesa jiranii immoo dubbii paartiin biyyattii lamaan, Ripeblikaanii fi Dimookiraatonni irratti waliigaluu dadhabani.

Pirezdaant Doonal Traamp kaleessa yeroo seera tumtoota gama paartii lamaaniirraa walitti dhufan wajjin marii godhan, “haaroomsa imigireeshiinii waliigalaa irraa fagoo in jirtan. Kanaafis, san irrratti tarkaanfii tokko funfuratti deemuu hoo barbaaddan ta’e, naa ta’uu baatus inuman fudhadha,” haa jedhan malee ifatti dhaabii qaban in dubbanne.

Ta’ullee ammas muddamatu jira, gaabaasa armaanii gadii dhaggeeffadhaa.

Koongiresiin Yunaaytid Isteets Bajata Baranaa Ramaduuf Guyyuma Shan Qaba
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:03 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG