Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bidiruu baqataa fi nama jireenna wayya qabu barbaada yaa'u baatee deemu torbaan kana Yemenitti gara gale nama 30 olitt keessatti dhumate


Kuusa Suuraalee bara 2014--jara kana yoo heddu bidiru akkanaatti guurani garba irra yaa'an. Jara kana doonii Xaliyaanatti bisaan keesaa baasuutit jira.
Kuusa Suuraalee bara 2014--jara kana yoo heddu bidiru akkanaatti guurani garba irra yaa'an. Jara kana doonii Xaliyaanatti bisaan keesaa baasuutit jira.

Akka dhaabbileen gargaara Tokkummaa Mootummootaa lama jedhanitti torbaan kana keessa bidiruun baqattootaa fi nama godaannu yaa’u hedduu baatte deemtu tana jara seera malee biyya nama baasuutti bidiruu diqqootti nama guuree yaa’aan.

Akka dhaabbileen tun jedhanitti adoo dhaabii isaanii dursee biyyatti himuu name akkana dhumate.

Bidiruun tun ka baqataa seera malee guuree Jibuutiitti geessa.Jarii kun hagii guddaan Somaalee fi Itoophiyaa.


Bara 2017 qofa keesa baqataa fi nama jireenna wayyaa’aa barbada yaahu 87,000 tahutti biyya wayyaa qabdutti baqachuuf jedhee Yemen gahe.

Jarii kun biyyoota Afrikaa gama Gaafaatii kahe.

Deemmaan du’aa fi jireennaa Awurooppaatti baqachuuf jedhanii bidiruu diqqaatti wal guuranii garba duudan tanaan nama kuma hedduutti gannuma gannaan dhumata.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG